Welcome to the WEBSITE of the Bureau of Labor and Social Affairs

Biiroon Dhimma Hojjattaa fi Haawaassumaa Oromiyaa Raawwii hojii isaa qindeesudhaan karaa websaayitii waajjira keenyaatti waan isiin biraan genyuuf gamanumaan nu hordofaa akka Biiroon Dhimma Hojjattaa fi Haawaassumaa Oromiyaa hojiiwan kallatti hundaan raawwatamaa jiranii fi Raawwii hojii foya’aa galma’aa deeman hundumaa teeknooloojiidhaan deeggaraa deemudhaan galmagahinsi isaa yeroo tokkotti qaamma hawaasa hunda biraan gahudhaaf gara dijitaalaazeshiniitti gudisuudhaaf hojii egalame cimsinee kan itti fufsifnu taha.

Kabajamoo Obbo Araarsoo Biqilaa
Hogganaa Biiroo

Difrent News

Konfaransiin Sosochii Ittisa Godaansa Seeraan Alaa Godina Arsii Magaala Asallaatti Gaggeeffame.

Konfaransiin Sosochii Ittisa Godaansa Seeraan Alaa Godina Arsii Magaala Asallaatti Gaggeeffame.

Discussion with the Employee

Oromiyaa keessatti nageenya industirii mirkaneessuu, odeeffannoo gabaa humna namaa qindeessuun, tamsaasuu fi rakkoolee jireenya hawaasummaa ittisuu fi hir’isuu dha.

 
Scroll to Top