BDhHHO, Tarkaafiwwan haaraa karoorfate irratti Caasaa Isaatiif leenjii kenne.

Biiroon Dhi/Ho/Hawaasummaa Inisheetivoota haaraa fi buleeyyii bara kana raawwachuuf karoorfate harcaatii tokko malee raawwachuu akka danda`amuuf dursaalee garee fi Ogeessota Godinaalee fi Magaalota itti waamamni isaanii biiroof ta`ee fi Aanoolee muraasaaf leenjii humna dandeetti raawwachiisummaa isaanii cimsu kenne. I/A/ Biiroo Dhi/ Ho/Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Baayisaa Kumaa haasaa taasisaniin inisheetiivii biirichi karoorfate nama giddu galeessa kan […]

BDhHHO, Tarkaafiwwan haaraa karoorfate irratti Caasaa Isaatiif leenjii kenne. Read More »

Konfaransiin Sosochii Ittisa Godaansa Seeraan Alaa Godina Arsii Magaala Asallaatti Gaggeeffame.

Godinni Arsii Godinoota Oromiyaa sochiin godaansa seeraan alaa itti bayyatu keessaa tokko dha. Kanaaf, guyyaa hardhaa godaansa seeraan alaa godinicha keessatti baayyatu hir’isuufi dhimmicharratti sosochii fi hubannoo uumuuf konfaransiin ittisa Godaansa seeraan alaa qaamolee adda addaa hirmaachise magaala Asallaatti gaggeeffamee oole. Konfaransii sosochii ittisa godaansa seeraan alaa kanaratti argamuun haasaa kan taasisan Itti gaafatamtuun ijaarsaa

Konfaransiin Sosochii Ittisa Godaansa Seeraan Alaa Godina Arsii Magaala Asallaatti Gaggeeffame. Read More »

Konfaransiin Sosochii Ittisa Godaansa Seeraan Alaa Godina Arsii Magaala Asallaatti Gaggeeffame.

15/07/2016 Godinni Arsii Godinoota Oromiyaa sochiin godaansa seeraan alaa itti bayyatu keessaa tokko dha. Kanaaf, guyyaa hardhaa godaansa seeraan alaa godinicha keessatti baayyatu hir’isuufi dhimmicharratti sosochii fi hubannoo uumuuf konfaransiin ittisa Godaansa seeraan alaa qaamolee adda addaa hirmaachise magaala Asallaatti gaggeeffamee oole. Konfaransii sosochii ittisa godaansa seeraan alaa kanaratti argamuun haasaa kan taasisan Itti gaafatamtuun

Konfaransiin Sosochii Ittisa Godaansa Seeraan Alaa Godina Arsii Magaala Asallaatti Gaggeeffame. Read More »

Waajjirri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Godina Baalee Deeggarsa Wiilcharii argate. Bitootessa 2016.

Dhabbatni Mit-Mootummaa Agape Mobiliti Itoyophiaa deeggarsa Wiilcarii 37 iddoo bakka bu’aan bulchinsa Godina Baalee fi I/G W/ra Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Godina jirtutti deeggarsi Kun taasifamee jira. Bakka bu’aan Bulchaa bulchiinsi Godina Baalee Obbo Muktaar Maammiyyaa bakkichatti argamuun haasaa taasisaniin; deeggarsii Kun waan jajjabeefamu qabu ta’u himuun, Qaama miidhamtoota deeggaruun cimanii barachuu, daldaluu fi jirruuf

Waajjirri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Godina Baalee Deeggarsa Wiilcharii argate. Bitootessa 2016. Read More »

Scroll to Top